Araarri dharaa (sobaa) furmaata fiduu dhiisii akka ittuu miidhaan cimaan ummata oromoo walloo irra gahuuf haala mijeessuu fi isiin duguugnaa eeyyamaa nuuf mallatteessaa jechuu fakkaata .dhaamsa oromoo walloof qabu keessaa yaaliin duguuggaa sanyii yeroo 10 ol ummata oromoo walloo irratti godhamee fi ammallee itti qophaayaa jiran kuni daranuu akka itti dammaqamuufi of eeggannoon jiraatu godha malee hirriiba keessatti nu hin hambisu.
Kanaaf utuu akka ummanni keenya of dagatu gochuu baattanii garii natti fakkaata warri ilaalcha akkasii qabdan kuni.!!
https://t.me/+s41zdNuVnF42ZTE0
Please join our channel

Leave a comment